Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Tessalonicenses 4

Amantoota Warra Lubbuun Hin jirre

13 Yaa obboloota, nu akka isin waaʼee warra rafan sanaa wallaaltan yookaan akka namoota abdii hin qabne kaaniitti gadditan hin barbaannu. 14 Nu erga akka Yesuus duʼee duʼaa kaʼe amannee akkasuma immoo Waaqni warra Yesuusitti amananii rafan sana akka isuma wajjin kaasu ni amanna.

Veja também

1 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 1 Tessalonicenses