Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 1

20 Waadaawwan Waaqaa hundinuu Kiristoosiin "Eeyyeedhaatii". Kanaafuu nu karaa isaatiin ulfina Waaqaatiif "Ameen" jenna. 21 Egaa kan akka nu isin wajjin Kiristoositti jabaannee dhaabannu godhuu fi kan nu dibe Waaqa; 22 innis chaappaa nutti chaappessee, qabdii Hafuura Qulqulluu garaa keenya keessa kaaʼe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também