Publicidade

2 Coríntios 2

10 Nama isin dhiifama gootaniif, anis dhiifama nan godha. Yoo wanti ani dhiifama godhe tokko iyyuu jiraates ani isiniif jedhee fuula Kiristoos duratti dhiifama godheera; 11 kunis akka Seexanni nu hin gowwoomsineefi. Nu mala isaa hin wallaalluutii.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-