Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 6

16 Manni qulqullummaa Waaqaa waaqota tolfamoo wajjin walii galtee maalii qaba? Nu mana qulqullummaa Waaqa jiraataa ti. Waaqnis akkana jedhee dubbateera;

"Ani isaan wajjin nan jiraadha;

isaan gidduus nan deddeebiʼa.

Ani Waaqa isaanii nan taʼa;

isaanis saba koo ni taʼu."6:16 Lew 26:12; Erm 32:38; His 37:27

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também