Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Reis 2

9 Eeliyaasis erga ceʼanii booddee Elsaaʼiin, "Mee waan ani utuu si biraa hin fudhatamin siif gochuu dandaʼu natti himi" jedhe.

Elsaaʼi immoo, "Hafuurri kee dachaadhaan narra haa buʼu" jedhee deebiseef.

Veja também