Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Mootota 22:1,2

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Kitaabni Seeraa Argame

1 Yosiyaas yeroo mootii taʼetti nama waggaa saddeetii ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa soddomii tokko bulche. Maqaan haadha isaa Yediidaa dha; isheenis intala Adaayaa nama biyya Boozqaatii ti. 2 Inni fuula Waaqayyoo duratti waan qajeelaa ni hojjete; utuu mirgatti yookaan bitaatti hin gorinis karaa abbaa isaa Daawit irra deeme.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ዮስያስ ዬሮ ሞቲ ተኤት ነመ ወጋ ሰዴቲ ቱሬ፤ ዬሩሳሌም ኬሰ ታኤስ ወጋ ሶዶሚ ቶኮ ቡልቼ። መቃን ሃዸሳ ዬዲዳዸ፤ እሼንስ እንተለ አዳያ ነመ ብየ ቦዝቃቲት። 2 እን ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዋን ቀጄላ ንሆጄቴ፤ ኡቱ ምርገት ዮካን ብታት ህንጎርንስ ከራ አባሳ ዳዊትራ ዴሜ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Yosiyaas yeroo mootii taʼetti nama waggaa saddeetii ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa soddomii tokko bulche. Maqaan haadha isaa Yediidaa dha; isheenis intala Adaayaa nama biyya Boozqaatii ti. 2 Inni fuula Rabbii Allaah duratti waan qajeelaa ni hojjete; utuu mirgatti yookaan bitaatti hin gorinis karaa abbaa isaa Daawud irra deeme.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.