Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Saamuʼeel 5

Daawit Israaʼel Irratti Mootii Taʼe

1 Gosoonni Israaʼel hundi Kebroonitti Daawit bira dhufanii akkana jedhan; "Nu foonii fi dhiiga kee ti. 2 Duraan yeroo Saaʼol mootii keenya turetti, namni duula loltoota Israaʼel hoogganu siʼi ture. Waaqayyos, ‘Situ saba koo Israaʼelin tiksa; bulchaa isaaniis ni taata’ siin jedhee ture."

3 Yommuu maanguddoonni Israaʼel hundi Kebroonitti Daawit mooticha bira dhufanitti mootichi Kebroonitti fuula Waaqayyoo duratti isaan wajjin kakuu gale; isaanis Daawitin dibanii Israaʼel irratti mootii isa godhan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também