16 Garuu dubbii faayidaa hin qabne irraa fagaadhu; dubbiin akkasii ittuma caalchisee nama Waaqaa taʼuu irraa nama fageessaatii. 17 Barsiisni isaaniis akka dhukkuba gaangiriinii2:17 Dhukkuba madaan isaa hin fayyine. babalʼachaa deema. Himenewoosii fi Filexoosis isaan keessatti argamu;
Publicidade