Waan Guyyoota Dhumaa Keessa Taʼu
1 Garuu guyyoota dhumaa keessa yeroon rakkinaa akka dhufu hubadhu. 2 Namoonni of jaallattoota, jaallattoota maallaqaa, of jajjoota, of tuultota, warra Waaqa arrabsan, warra abbaa fi haadha isaaniitiif hin ajajamne, warra hin galateeffanne, warra qulqullummaa hin qabne,