Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 10

4 Qorneelewoosis sodaan ija babaasee isa ilaalee, "Yaa Gooftaa, maal barbaadda?" jedhee gaafate.

Ergamaan Waaqaa sun immoo akkana jedhee deebise; "Kadhannaa keetii fi kennaan ati hiyyeeyyiidhaaf kennitu aarsaa yaadachaa taʼee fuula Waaqaa duratti ol baʼeera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também