Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 13

2 Utuu isaan Gooftaa tajaajilaa, soomaas jiranuu Hafuurri Qulqulluun, "Barnaabaasii fi Saaʼolin hojii ani itti isaan waammadheef naa filaa" jedhe. 3 Kanaaf isaan erga soomanii kadhatanii booddee harka isaanii jara irra kaaʼanii isaan ergan.

Veja também