Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 16

14 Warra nu dhaggeeffachaa turan keessaas dubartii Liidiyaa jedhamtu tokkotu ture; isheen daldaltuu wayyaa dhiilgee kan magaalaa Tiyaatiraatii dhuftee, Waaqas waaqeffattu turte. Gooftaan akka isheen waan Phaawulos dubbatu qalbeeffattuuf qalbii ishee baneef. 15 Isheenis erga warra mana ishee jiraatan wajjin cuuphamtee booddee, "Yoo akka nama Gooftaatti amanu tokkootti na ilaaltan, kottaatii mana koo turaa" jettee nu waamte; jabeessitees nu kadhatte.

Veja também