Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 19

4 Phaawulosis, "Cuuphaan Yohannis cuuphaa qalbii jijjiirrannaa ti; Yohannis akka isaan kan isa duubaan dhufaa jirutti, jechuunis Yesuusitti amananiif namootatti hima ture" jedhe. 5 Isaanis waan kana dhagaʼanii maqaa Gooftaa Yesuusitti cuuphaman.

Veja também