Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 19

5 Isaanis waan kana dhagaʼanii maqaa Gooftaa Yesuusitti cuuphaman. 6 Yommuu Phaawulos harka isaan irra kaaʼetti Hafuurri Qulqulluun isaan irra buʼe; isaanis afaan haaraadhaan dubbatan; raajiis ni dubbatan.

Veja também