Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 2

3 Isaanis waan akka arraba ibiddaa2:3 Waan akka arraba ibiddaa – Ibiddi mallattoo argamuu Waaqaa ti; murtii Waaqaa wajjinis ni deema. tokko isaa gargar qoodamee dhufee tokkoo tokkoo isaanii irra bubbuʼu argan. 4 Hundi isaaniis Hafuura Qulqulluudhaan guutamanii akkuma hafuurri sun isaan dandeessisetti afaan gara biraatiin dubbachuu jalqaban.

Veja também