29 Erga ani deemee booddee akka yeeyyiiwwan hamoon dhufanii gidduu keessan seenan, akka isaan karra hoolotaa sana keessaa tokko illee hin hambifnes ani beeka. 30 Isinuma keessaa iyyuu namoonni barattoota of faana fudhachuuf jedhanii dubbii micciiramaa dubbatan ni kaʼu.
Publicidade
Hojii 20:29,30
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
29 ኤርገ አን ዴሜ ቦዴ አከ ዬዪወን ሀሞን ዹፈኒ ግዱኬሰን ሴነን፣ አከ እሳን ከረ ሆሎታ ሰነ ኬሳ ቶኮሌ ህንሀምብፍኔስ አን ቤከ። 30 እስኑመ ኬሳዩ ነሞትን በረቶተ ኦፍ ፋነ ፉዸቹፍ ጄዸኒ ዱቢ ምጪረማ ዱበተን ንከኡ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
29 Erga ani deemee booddee akka yeeyyiiwwan hamoon dhufanii gidduu keessan seenan, akka isaan karra hoolotaa sana keessaa tokko illee hin hambifnes ani beeka. 30 Isinuma keessaa iyyuu namoonni barattoota of faana fudhachuuf jedhanii dubbii micciiramaa dubbatan ni kaʼu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.