Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 20

35 Ani waan hojjedhe hunda keessatti nu dubbii Gooftaa Yesuus mataan isaa, Fudhachuu irra kennuutu eebba qaba jedhee dubbate sana yaadachaa hojii jabaa akkanaatiin akka warra dadhabaa gargaaruu qabnu isin argisiiseera."

36 Innis waan kana dubbatee isaan hunda wajjin jilbeenfatee Waaqa kadhate. 37 Hundi isaaniis akka malee booʼaa morma Phaawulositti marmanii isa dhungatan. 38 Wanni akka malee isaan gaddisiise akka isaan yeroo sanaa jalqabanii lammata isa hin argine dubbachuu isaa ti. Ergasii isaan hamma dooniitti isa geggeessan.

Veja também