19 Phexrosii fi Yohannis garuu deebisanii akkana jedhan; "Qooda Waaqaa isiniif ajajamuun fuula Waaqaa duratti akka qajeelaa taʼee fi akka hin taʼin mee isinuu ilaalaa! 20 Nu waan arginee fi waan dhageenye dubbachuu dhiisuu hin dandeenyuutii."
Publicidade