Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 6

Namoonni Torba Filatamuu Isaanii

1 Bara sana keessa yommuu baayʼinni barattootaa dabalamaa deemetti Yihuudoonni Giriikota keessa jiraatan Ibrootatti guunguman; haadhonni hiyyeessaa6:1 haadhonni hiyyeessaa – Kun garee dubartoota akka malee rakkatanii ti. Yerusaalem keessa haadhota hiyyeessaa kanneen dhirsoonni isaanii bara jireenya isaanii gara caalu magaalaa qulqullittiin ala jiraatanii akka achitti duʼanii itti awwaalamaniif jedhanii gara Yerusaalem dhufanii irraa duʼan tokko tokkotu ture. Yihuudoonnis garee kana gargaaruuf jedhanii akka maallaqni isaan ittiin nyaata bitatan isaaniif kennamuuf mala tokko qopheessan. Yihuudootaa nyaata guyyaa guyyaan hiramu keessatti hacuucamanii turaniitii.

6 Isaanis jara kana fuula ergamootaa dura dhaaban; ergamoonnis Waaqa kadhataniifii harka isaan irra kaaʼan.

Veja também