Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 6

9 Miseensonni mana sagadaa warra, "Namoota bilisooman" jedhamanii, jechuunis Yihuudoonni Qareenaa fi Iskindiriyaadhaa dhufan akkasumas Yihuudoonni Kiilqiyaa fi Asiyaadhaa dhufan tokko tokko Isxifaanosiin mormuu jalqaban.

11 Kanaafuu akka isaan, "Nu utuu Isxifaanos Musee fi Waaqa irratti dubbii arrabsoo dubbatuu dhageenyeerra" jedhaniif dhoksaan namoota tokko tokko sossobatan.

Veja também