Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 8

36 Isaanis utuu karaa deemanuu bishaanitti baʼan; xuʼaashiin sunis, "Kunoo bishaan as jira; yoos maaltu cuuphamuu na dhowwa ree?" jedheen. [37 Fiiliphoosis, "Ati yoo garaa kee guutuun amante cuuphamuu ni dandeessa" jedheen. Namichis deebisee, "Akka Yesuus Kiristoos ilma Waaqaa taʼe ani nan amana" jedhe.]8:37 Waraabbileen durii tokko tokko kutaa kana hin qaban. 38 Innis akka gaariin sun dhaabatu ajaje; isaan lamaanuu dhaqanii bishaan seenan; Fiiliphoosis isa cuuphe.

Veja também