Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 9

10 Damaasqoo keessa barataa Anaaniyaas jedhamu tokkotu ture. Gooftaanis mulʼataan, "Yaa Anaaniyaas!" jedhee isa waame.

Innis, "Yaa Gooftaa, kunoo ani asin jira" jedhee deebise.

Veja também