3 Utuu inni deemaa jiruu akkuma Damaasqootti dhiʼaateen akkuma tasaa ifni tokko samii irraa naannoo isaatti balaqqise. 4 Innis lafatti kufee sagalee, "Yaa Saaʼol, Yaa Saaʼol, ati maaliif na ariʼatta?" isaan jedhu tokko dhagaʼe.