Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

79 resultados encontrados

  1. 1 Crônicas 24

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 9–29 de 31

    9shanaffaan Malkiyaaf,jaʼaffaan Miyaamiiniif,

    14kudhan shanaffaan Bilgaaf,kudha jaʼaffaan Imeeriif,

    29Qiish irraa: Yeramiʼeel ilma Qiish.

  2. Hebreus 13

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 1–25 de 25

    1Akka obbolootaatti wal jaallachuu itti fufaa.

    4Fuudhaa fi heerumni nama hunda biratti haa kabajamu; sireen fuudhaa fi heerumaas qulqulluu haa taʼu; Waaqni ejjitootaa fi sagaagaltootatti ni muraatii.

    25Ayyaanni isin hunda wajjin haa taʼu.

  3. 1 Crônicas 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 2–73 de 81

    2Ilmaan Qohaati:Amraam, Yizihaar, Kebroonii fi Uziiʼeel.

    11Azaariyaa abbaa Amariyaa ti;Amariyaan abbaa Ahiixuubii ti;

    73Raamootii fi Aanem lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;

  4. Josué 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 3–36 de 51

    3Hazar Shuuʼaal, Baalaa, Ezem,

    19Hafaarayim, Shiiʼoon, Anaaharat,

    36Adaamaa, Raamaa, Haazoor,

  5. Marcos 12

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 30–39 de 44

    30Waaqa kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan jaalladhu.’12:30 KeD 6:4,5

    33Garaa kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan isa jaallachuun, ollaa kees akkuma ofii keetiitti jaallachuun, qalma gubamuu fi aarsaa hunda caala."

    39manneen sagadaa keessatti taaʼumsa ulfinaa, lafa cidhaatti immoo iddoo ulfinaa jaallatu.

  6. 1 João 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 3–21 de 21

    3Waaqa jaallachuun ajaja isaa eeguu dha. Ajajni isaas hin ulfaatu.

    4Namni Waaqa irraa dhalatu hundinuu addunyaa ni moʼataatii. Kan addunyaa moʼatus amantii keenya.

    21Yaa ijoolle, waaqota tolfamoo irraa of eegaa.

  7. Jeremias 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 12–33 de 37

    12Yaa samiiwwan, waan kana dinqifadhaa;naasuu guddaadhaanis holladhaa"jedha Waaqayyo.

    25Miilla kee kophee malee deemuu irraa,laagaa kee immoo dheebuu irraa eeggadhu.Ati garuu, ‘Kun waan abdii hin qabnee dha!Ani waaqota ormaa nan jaalladha;isaan faanas nan buʼa’ jette.

    33Ati jaalala adamsuutti akkam ogeettii dha!Dubartoota akka malee hamoo taʼan iyyuu amala kee barsiifteerta.

  8. Efésios 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–8 de 23

    4Inni nu fuula isaa duratti qulqullootaa fi warra mudaa hin qabne akka taanuuf utuu addunyaan hin uumaminiin dura isaan nu filateeraatii. Jaalalaanis

    6kunis akka ulfinni ayyaana isaa kan inni Ilma isaa jaallatamaa sanaan toluma nuu kenne sun jajamuuf.

    8ayyaana isaas ogummaa fi hubannaa hunda wajjin nuu baayʼise.

  9. Gênesis 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 1–15 de 34

    1Abrahaamis niitii biraa kan maqaan ishee Qexuuraa jedhamu fuudhe.

    7Abrahaam waggaa dhibba tokkoo fi torbaatamii shan jiraate.

    15Hadaad, Teemaa, Yexuur,Naafiishii fi Qeedmaa.

  10. Esdras 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 32–42 de 44

    32Beniyaam, Maluukii fi Shemaariyaa.

    34Sanyii Baanii keessaa:Maʼadaay, Amraam, Uuʼeel,

    42Shaluum, Amariyaa fi Yoosef.

  11. Colossenses 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 10–19 de 25

    10eenyummaa haaraa kan beekumsa fakkaattii Uumaa isaatiin haaromfamaa jirus uffattaniirtu.

    14Kana hundumaa irrattis jaalala waan hundumaa tokkummaa hirʼina hin qabneen walitti hidhu qabaadhaa.

    19Yaa dhirsoota, isinis niitota keessan jaalladhaa; isaanittis hin hammaatinaa.

  12. 2 Samuel 23

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 28–35 de 39

    28Zalmoon nama Ahooʼaa,Maharaayi nama Netoofaa,

    31Abii-Alboon namicha biyya Arbaa,Azmaawet nama Barhuum,

    35Hezroo nama Qarmeloos,Faʼaraay nama biyya Arbii,

  13. Deuteronômio 33

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 3–15 de 29

    3Dhugumaan situ saba jaallata;qulqulloonni hundinuu harka kee keessa jiru.Hundi isaanii miilla kee jalatti kufu;qajeelfamas sirraa argatu;

    14midhaan filatamaa aduun biqilchituun,waan akka malee gaarii kan jiʼi kennuun,

    15kennaawwan filatamoo tulluuwwan duriitiin,badhaadhummaa gaarran bara baraatiin,

  14. João 12

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 25–45 de 50

    25Namni lubbuu isaa jaallatu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; kan addunyaa kana irratti lubbuu isaa jibbu immoo jireenya bara baraatiif lubbuu isaa kaaʼata.

    43isaan ulfina Waaqaa irra ulfina namaa jaallataniiruutii.

    45Kan na argus isa na erge sana arga.

  15. Efésios 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 4–22 de 22

    4Garuu Waaqni araaraan guutame sun sababii jaalala guddaa nuu qabuuf,

    15inni foon ofiitiin seera ajajaa fi sirna isaa wajjin diigeera. Kaayyoon isaas jara lamaan keessaa ofuma isaatiin nama haaraa tokko uumee akkasiin nagaa buusuudhaan

    22Isinis isumaan mana Waaqni Hafuura isaatiin keessa jiraatu taatanii tokkummaadhaan ijaaramaa jirtu.

  16. Números 26

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 17–40 de 65

    17karaa Arood, balbala Aroodotaa;karaa Ariʼeel, balbala Ariʼeelotaa ti.

    31karaa Asriʼeel, balbala Asriiʼeelotaa,karaa Sheekem, balbala Sheekemotaa;

    40Ilmaan Belaa, karaa Ardii fi Naʼamaan:karaa Ardii, balbala Ardootaa;karaa Naʼamaan, balbala Naʼamaanotaa ti.

  17. Números 16

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 20–47 de 50

    20Waaqayyo Musee fi Arooniin akkana jedhe;

    43Musee fi Aroon gara fuuldura dunkaana wal gaʼii dhaqan;

    47Aroon akkuma Museen jedhe sana fiigee gidduu waldaa seene. Yeroo kanatti dhaʼichi gidduu waldaatti jalqabee ture. Aroon garuu ixaana dhiʼeessee araara isaaniif buuse.

  18. Cânticos 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–15 de 17

    2Inni dhungoo afaan isaatiin na haa dhungatu;jaalalli kee daadhii wayinii caalaatii.

    3Urgaan shittoo keetii namatti tola;maqaan kee akkuma shittoo dhangalaafamee ti.Kanaafuu dubarran si jaallatu!

    15Yaa jaalallee ko, ati akkam bareedda!Dinqii akkam bareedda!Iji kee gugee fakkaata.Ishee

  19. Mateus 23

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 6–12 de 39

    6Iddoo cidhaatti iddoo ulfinaa, manneen sagadaa keessatti immoo taaʼumsa ulfinaa jaallatu.

    7Gabaa keessattis akka namoonni nagaa isaan gaafatanii fi akka ‘Yaa barsiisaa’ jedhanii isaan waaman jaallatu.

    12Namni ol of qabu kam iyyuu gad qabamaatii; namni gad of qabu kam iyyuu garuu ol qabama.

  20. Neemias 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 46–59 de 73

    46Tajaajiltoota mana qulqullummaa:Sanyii Ziihaa, sanyii Hasuufaa, sanyii Xabaaʼoot,

    56sanyii Neziiyaa fi sanyii Haxiifaa.

    59sanyii Shefaaxiyaa, sanyii Haxiil,sanyii Fookeret-Hazbaayimii fi sanyii Aamoon.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo