6Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhuutii;aarsaa gubamu caalaa Waaqa beekuu nan fedha.
Resultados da busca por "fé"
279 resultados encontrados
- Capítulo 6
Oséias 6
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 6 de 11 - Capítulo 7
Neemias 7
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 57 de 7357Sanyii Tajaajiltoota Solomoon:Sanyii Soxaayi, sanyii Sofereeti, sanyii Feriidaa,
- Capítulo 2
Ageu 2
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 231Jiʼa torbaffaa keessaa, bultii digdamii tokkoffaatti dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee karaa Haagee raajichaatiin dhufe;
- Capítulo 5
Tiago 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 3–15 de 203Warqee fi meetiin keessan sameera. Dandaaʼuun isaaniis isinitti dhugaa baʼa; akkuma ibiddaattis foon keessan nyaata. Isin bara dhumaatiif qabeenya walitti qabattaniirtu.
13Isin keessaa namni dhiphachaa jiru jiraa? Inni haa kadhatu. Namni gammadu jiraa? Inni faarfannaa galataa haa faarfatu.
15Kadhannaan amantiin godhamu nama dhukkubsatu ni fayyisa; Gooftaanis isa ni kaasa. Yoo inni cubbuu hojjetee jiraates ni dhiifamaaf.
- Capítulo 13
1 Coríntios 13
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 5 de 135Jaalalli waan hin malle hin hojjetu; ofittoo miti; dafee hin aaru; hammina namatti hin lakkaaʼu.
- Capítulo 1
Naum 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 1–11 de 151Raajii waaʼee Nanawwee dubbatame. Kitaaba mulʼata Naahoom Elqooshicha.
7Waaqayyo gaarii dha;yeroo rakkinaattis daʼoo dha.Inni warra isa amanatan ni beeka;
11Yaa Nanawwee,namni Waaqayyotti hammina malateewaan hamaa karoorfatu si keessaa argameera.
- Capítulo 13
Josué 13
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 2 de 332"Lafti hafe sunis kanaa dha:"guutummaa biyya Filisxeemotaatii fi Geshuurotaa,
- Capítulo 12
Deuteronômio 12
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 6 de 326achittis aarsaa gubamuu fi qalma keessan, kennaa keessan kudhan keessaa tokko, kennaa addaa, waan kennuuf wareegdanii fi kennaa fedhiidhaan kennitan, loonii fi bushaayee keessan keessaa hangafa dhiʼeessaa.
- Capítulo 27
Ezequiel 27
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 361Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:
- Capítulo 118
Salmos 118
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 8–20 de 298Nama amanachuu irra,Waaqayyotti kooluu galuu wayya.
9Qondaaltota amanachuu irra,Waaqayyotti kooluu galuu wayya.
20Kun karra Waaqayyoo,kan qajeeltonni ittiin ol galanii dha.
- Capítulo 14
Zacarias 14
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 2 de 212Ani akka isaan ishee waraananiif saboota hunda Yerusaalemitti walitti nan qaba; magaalattiin ni qabamti; manneen ni saamamu; dubartoonni isaanii humnaan gudeedamu. Gartokkeen magaalattii ni boojiʼama; uummanni hafe garuu magaalattii keessaa hin fudhatamu.
- Capítulo 5
2 Coríntios 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 2117Kanaafuu eenyu iyyuu yoo Kiristoositti jiraate inni uumama haaraa dha; wanni moofaan darbeera; kunoo wanni haaraan dhufeera.
- Capítulo 58
Isaías 58
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 143Isaanis, ‘Yoo ati waan kana hin argine,nu maaliif soomne?Yoo ati waan kana hin qalbeeffannenu maaliif gad of qabne?’ jedhu."Taʼus isin guyyaa sooma keessanii waan feetan gootan;hojjettoota keessan hundas ni hacuuccan.
- Capítulo 4
1 João 4
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 2 de 212Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: Hafuurri akka Yesuus Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baʼu hundi kan Waaqaa ti;
- Capítulo 25
Provérbios 25
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 2815Obsaan bulchaa tokko garaa laafifachuun ni dandaʼama;dubbiin malaan dubbatame lafee ni cabsa.
- Capítulo 27
Mateus 27
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 6615Bulchaan sun nama hidhame tokko ayyaanaan akkuma fedhii sabaatti gad dhiisuu bartee godhatee ture.
- Capítulo 3
Êxodo 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 221Museen bushaayee abbaa niitii isaa Yetroo lubicha Midiyaan sanaa tiksaa ture; innis gaaf tokko hamma dhiʼa lafa gammoojjiitti bushaayee sana oofee gara tulluu Waaqaa gara Kooreeb dhufe.
- Capítulo 6
Eclesiastes 6
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 123Namni tokko ijoollee dhibba qabaatee waggoota baayʼee jiraachuu dandaʼa; inni hamma fedhe jiraatu illee yoo qabeenya isaatti gammaduu baatee awwaala gaariis argachuu baate, ani, "Isaa mannaa gatata wayya" nan jedha.
- Capítulo 1
Joel 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 201Dubbii Waaqayyoo kan gara Yooʼeel ilma Phetuuʼeel dhufe.
- Capítulo 1
Lucas 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 8017Innis saba Gooftaaf qophaaʼe tokko kurfeessuuf jedhee garaa abbootii gara ijoollee isaaniitti, warra hin ajajamne immoo gara ogummaa qajeeltotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula Gooftaa dura ni deema."