8Bubbeen gara fedhetti bubbisa. Atis huursuu isaa dhageessa malee akka inni eessaa dhufee fi akka inni garamitti deemu hin beektu; namni Hafuura irraa dhalate hundinuus akkanuma."
Resultados da busca por "fé"
277 resultados encontrados
- Capítulo 3
João 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 8 de 36 - Capítulo 53
Isaías 53
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 7 de 127Inni ni cunqurfame; ni dhiphates;garuu afaan isaa hin saaqqanne;inni akkuma ilmoo hoolaa kan iddoo qalmaatti geeffamuu,akkuma hoolaa fuula nama rifeensa irraa murmuruu duratti calʼisuu,akkasuma afaan isaa hin saaqqanne.
- Capítulo 1
1 Crônicas 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 4 de 544Ilmaan Noh: Seem, Haam, Yaafet:
- Capítulo 140
Salmos 140
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 8 de 138Yaa Waaqayyo, akka fedhiin hamootaa fiixaan baʼu hin godhin;akka isaan of hin tuulleef, akka karoorri isaanii milkaaʼu hin godhin.
- Capítulo 11
Gênesis 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 16 de 3216Eeber waggaa 34 jiraatee Felegin dhalche.
- Capítulo 16
Romanos 16
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 271Obboleettii keenya Feebeen tajaajiltuu waldaa kiristaanaa ishee Kanchireʼaa imaanaa isinitti nan kennadha.
- Capítulo 2
Apocalipse 2
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 291"Ergamaa Waaqaa kan waldaa kiristaanaa Efesoonitti 2:1 Efesoonitti – Efesoon magaalaa guddoo fi beekamtuu biyya Asiyaa ti; Asiyaan immoo biyya Roomaa Keessatti argamti. Isheenis buufata doonii kan hojiin itti baayʼattuu fi kan daldalaan badhaatee dha; wiirtuu falfala waaqittii Arxeemis (Hoj 19:27,35 ilaalaa) akkasumas lafa hojiin falfalaa itti hojjetamu turte (Hoj 19:19). akkana jedhii barreessi:Inni urjiiwwan torba harka isaa mirgaatti qabatee baattuuwwan ibsaa kanneen warqee irraa hojjetaman gidduu deddeebiʼu sun akkana jedha.
- Capítulo 118
Salmos 118
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 8–20 de 298Nama amanachuu irra,Waaqayyotti kooluu galuu wayya.
9Qondaaltota amanachuu irra,Waaqayyotti kooluu galuu wayya.
20Kun karra Waaqayyoo,kan qajeeltonni ittiin ol galanii dha.
- Capítulo 7
1 Crônicas 7
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 4015Maakiir immoo gosoota Hufiimiitii fi Shufiim keessaa niitii fuudhe. Maqaan obboleettii isaas Maʼakaa ture. Sanyiin isaa kan biraa immoo Salphaʼaad jedhama; Zelofehaad intallan qofa qaba ture.
- Capítulo 10
Hebreus 10
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 5 de 395Kanaafuu Kiristoos yommuu gara addunyaa dhufetti akkana jedhe:"Ati aarsaa fi kennaa hin feene;garuu dhagna naa qopheessite;
- Capítulo 12
Josué 12
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 8 de 248Biyyoonni kunneenis biyya gaaraa, biyya karaa lixaa, Arabbaa, tabba tulluu, lafa alootii fi Negeebi jechuunis biyyoota Heetotaa, Amoorotaa, Kanaʼaanotaa, Feerzotaa, Hiiwotaatii fi Yebuusotaa ti.Mootonnis kanneenii dha:
- Capítulo 46
Jeremias 46
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 281Dubbiin Waaqayyoo kan waaʼee sabootaatiif gara Ermiyaas raajichaa dhufe kanaa dha:
- Capítulo 4
2 Timóteo 4
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 12 de 2212Ani Xikiqoosin Efesoonitti ergeera.
- Capítulo 5
1 João 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 6 de 216Inni bishaanii fi dhiigaan dhufe isa kana; innis Yesuus Kiristoos. Inni bishaanii fi dhiigaan dhufe malee bishaan qofaan hin dhufne. Kanas Hafuuratu dhugaa baʼa; Hafuurri dhugaadhaatii.
- Capítulo 7
Levítico 7
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 3815Foon aarsaa nagaa kan galataaf dhiʼeeffamu gaafuma dhiʼaate sana nyaatamee dhumuu qaba; wanni tokko iyyuu isa irraa hafee buluu hin qabu.
- Capítulo 11
Hebreus 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 22 de 4022Yoosefis yeroo duʼetti amantiidhaan waaʼee Gibxi keessaa baʼuu ijoollee Israaʼel dubbate; waaʼee lafee isaas ajaja kenne.
- Capítulo 18
João 18
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 403Kanaafuu Yihuudaan tuuta loltootaatii fi qondaaltota luboota hangafootaa fi Fariisota biraa ergaman dura deemaa achi dhufe. Isaanis guca, ibsaa fi miʼa lolaa qabatanii turan.
- Capítulo 5
Gálatas 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 10 de 2610Ani akka isin yaada biraa hin qabaanne karaa Gooftaatiin isin amanadha. Abbaa fedhe illee taanaan namni isin jeequu murtii ni argata.
- Capítulo 5
Efésios 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 3317Kanaafuu fedhiin Gooftaa maal akka taʼe hubadhaa malee gowwaa hin taʼinaa.
- Capítulo 10
Jó 10
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 11 de 2211Ati gogaa fi foon natti uffifte;lafee fi ribuudhaanis walitti hodhitee na tolchite.