17Kanaafuu eenyu iyyuu yoo Kiristoositti jiraate inni uumama haaraa dha; wanni moofaan darbeera; kunoo wanni haaraan dhufeera.
Resultados da busca por "fé"
277 resultados encontrados
- Capítulo 5
2 Coríntios 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 21 - Capítulo 4
Oséias 4
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 12–17 de 1912Sabni koo waaqa muka irraa tolfame gorsa gaafata;uleen falfaltuus isaanitti dubbata.Hafuurri sagaagaltummaa karaa irraa isaan jalʼisa;isaan Waaqa isaaniitiif hin amanaman.
13Isaan fiixeewwan tulluu irratti qalma,aarsaa gubamu immoo gaarran irratti,qilxuu jalatti, alaltuu fi hoomiigaaddisni isaanii namatti tolu jalatti dhiʼeessu.Kanaafuu intallan keessan sagaagaltummaatti deebiʼu;niitonni ilmaan keessaniis ejjatti deebiʼu.
17Efreem waaqota tolfamootti galeera;isa ittuma dhiisaa!
- Capítulo 1
Jonas 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 171Dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara Yoonaas ilma Amitaayi dhufe:
- Capítulo 40
Jeremias 40
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 161Erga Nebuzaradaan ajajaan eegumsaa sun Raamaatti gad isa dhiisee booddee dubbiin kun Waaqayyo biraa gara Ermiyaas dhufe. Ajajaan sun isaa boojiʼamtoota Yerusaalemii fi Yihuudaadhaa boojiʼamanii gara Baabilonitti geeffamaa turan hunda gidduutti foncaan hidhamee jiru Ermiyaasin arge.
- Capítulo 2
Filipenses 2
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 303Isin gad of qabuudhaan akka waan warri kaan isin caalaniitti ilaalaa malee fedhii ofittummaatiin yookaan of tuulummaatiin waanuma tokko illee hin hojjetinaa.
- Capítulo 1
Juízes 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 4 de 364Yommuu Yihuudaan baʼettis Waaqayyo Kanaʼaanotaa fi Feerzota dabarsee harka isaaniitti kenne; isaanis iddoo Bezeq jedhamutti nama kuma kudhan fixan.
- Capítulo 11
Levítico 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 16 de 4716guchii, urunguu, allaattii bishaanii, coroffee gosa garaa garaa,
- Capítulo 3
Ezequiel 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 7 de 277Manni Israaʼel garuu sababii ana dhagaʼuu hin feeneef siinis dhagaʼuu hin fedhan; manni Israaʼel hundi didaa fi mata jabeeyyiidhaatii.
- Capítulo 1
Joel 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 201Dubbii Waaqayyoo kan gara Yooʼeel ilma Phetuuʼeel dhufe.
- Capítulo 3
Apocalipse 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 11 de 2211Ani dafeen dhufa. Atis akka namni tokko iyyuu gonfoo kee hin fudhanneef waan qabdu jabeessii qabadhu.
- Capítulo 19
Juízes 19
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 10 de 3010Namichi garuu gaafa sana achi buluu didee harroota isaa lamaan feʼatee saajjatoo isaa fudhatee qajeele. Gara fuullee Yerusaalem ishee Yebuus jedhamtu sanaa dhufe.
- Capítulo 8
João 8
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 2 de 592Ganama bariis deebiʼee mana qulqullummaa dhufe; innis namni hundumtuu isa biratti walitti qabamnaan taaʼee isaan barsiise.
- Capítulo 2
Colossenses 2
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 6–18 de 236Yoos akkuma Kiristoos Yesuus Goofticha fudhattanitti isatti jiraadhaa;
9Guutummaan Waaqummaa hundinuu fooniin Kiristoos keessa jiraataatii;
18Namni sobee gad of qabuu fi ergamoota waaqeffachuu jaallatu kam iyyuu badhaasa isin hin dhabsiisin. Namni akkasii waan arge hunda baayʼisee odeessa; sababii malee yaada foon isaatiin of tuula.
- Capítulo 13
1 Coríntios 13
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 5 de 135Jaalalli waan hin malle hin hojjetu; ofittoo miti; dafee hin aaru; hammina namatti hin lakkaaʼu.
- Capítulo 12
Hebreus 12
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 12 de 2912Kanaafuu irree laafee fi jilba dadhabe jabeessaa.
- Capítulo 1
2 Crônicas 1
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 7 de 177Waaqnis halkan sana Solomoonitti mulʼatee, "Waan akka ani siif kennu feetu kam iyyuu na kadhadhu" jedheen.
- Capítulo 6
Números 6
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 5 de 275" ‘Bara wareega addaan baafamuu isaa hunda keessa qarabaan tokko iyyuu mataa isaa hin tuqin. Hamma yeroon inni itti Waaqayyoof addaan baafame sun xumuramutti inni qulqulluu haa taʼu; akka rifeensi mataa isaa guddatuufis gad haa dhiisu.
- Capítulo 5
1 Pedro 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 2 de 142karra hoolotaa Waaqaa kan tika keessan jala jiru eeguudhaan tiksoota taʼaa; kanas sababii dirqamtaniif utuu hin taʼin fedhiidhuma keessaniin akka Waaqni akka isin taatan barbaadutti, buʼaa nama qaanessu argachuuf utuu hin taʼin hawwii guddaa tajaajilaaf qabdaniin godhaa;
- Capítulo 10
Marcos 10
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 5217Akkuma Yesuus deemuuf karaa qabateen namichi tokko fiigaa dhufee fuula isaa duratti jilbeenfatee, "Yaa barsiisaa gaarii, ani jireenya bara baraa dhaaluuf maal gochuun qaba?" jedhee gaafate.
- Capítulo 4
Esdras 4
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 14 de 2414Nu amma waan itti gaafatamummaa masaraa mootummaa qabnuu fi waan akka mootichi ulfina dhabu arguu hin feeneef akka mootichi beekuuf jennee ergaa kana itti ergineerra;