5Namni ollaa isaa jaju,miilluma isaatiif kiyyoo kaaʼa.
20Ati nama jarjarsuun dubbatu argitee?Isa irra gowwaatu abdii caalu qaba.
22Namni aaru lola kakaasa;kan dafee aarus cubbuu hedduu hojjeta.
85 resultados encontrados
5Namni ollaa isaa jaju,miilluma isaatiif kiyyoo kaaʼa.
20Ati nama jarjarsuun dubbatu argitee?Isa irra gowwaatu abdii caalu qaba.
22Namni aaru lola kakaasa;kan dafee aarus cubbuu hedduu hojjeta.
12Ifanni nama ogeessaa gurra dhaggeeffatuuf,lootii warqee yookaan faaya warqee qulqulluu ti.
19Nama hin amanamne tokko yeroo rakkootti abdachuunakkuma ilkaan cabee yookaan miilla okkoluu ti.
25Oduun gaariin biyya fagootii dhufu,akkuma bishaan qabbanaaʼaa lubbuu dheebotteef taʼuu ti.
10Hirriba xinnaa, mugaatii xinnaa,xinnoo harka walitti marachuu,
17Ija of tuulu,arraba sobu,harka dhiiga nama balleessaa hin qabnee dhangalaasu,
26Sagaagaltuun buddeena tokkoon bitamtiitii;ejjituunis jireenyuma kee adamsiti.
15Namni hamaan hiyyeeyyii bulchu,akkuma leenca aaduu yookaan amaaketa wayitti ariifatuu ti.
23Namni nama ifatu dhuma irrattinama arrabaan nama saadu caalaa surraa argata.
26Namni of amanatu gowwaa dha;kan ogummaadhaan deemu immoo nagaadhaan jiraata.
9Namni balleessaa namaaf dhiisu jaalala guddisa;namni waan tokko irra deddeebiʼu, garuu michoota walitti dhiʼaatan gargar baasa.
19Namni lola jaallatu cubbuu jaallata;namni karra ol dheeraa ijaarus badiisa waama.
22Garaan gammadu qoricha gaarii dha;hafuurri cabe immoo lafee gogsa.