5Yaa intallan Yerusaalem,ani kuruphee fi borofaan isin kakachiisa;hamma isheen ofumaan feetee kaatutti,jaalala hin tuttuqinaa yookaan hin dadammaqsinaa.
Resultados da busca por "fé"
277 resultados encontrados
- Capítulo 3
Cânticos 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 5 de 11 - Capítulo 4
Efésios 4
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 5–24 de 325Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;
23hafuura yaada keessaniitiinis haaromfamaa;
24namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullina dhugaatiin fakkeenya Waaqaatiin uumame sana uffadhaa.
- Capítulo 11
Daniel 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 453Ergasii mootiin jabaan tokko ni kaʼa; innis humna guddaadhaan ni bulcha; waan fedhes ni hojjeta.
- Capítulo 11
1 Reis 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 19 de 4319Faraʼoon akka malee Hadaaditti gammadee obboleettii niitii isaa, obboleettii Tahifenees Mootittii isatti heerumsiise.
- Capítulo 2
1 Crônicas 2
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 37 de 5537Zaabaad abbaa Eflaal;Efelaal immoo abbaa Oobeedi;
- Capítulo 14
Atos 14
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 16 de 2816Inni bara durii keessa akka saboonni hundinuu akkuma fedhanitti jiraatan isaan dhiise;
- Capítulo 2
Romanos 2
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 291Kanaafuu yaa namichoo, ati yoo abbaa fedhe illee taate kan nama kaanitti murtu waan itti qabattu hin qabdu; waan ittiin namatti murtu hundaan ofittis ni murtaatii; ati kan murtii kennitu iyyuu ofii keetiis isuma hojjettaatii.
- Capítulo 25
Provérbios 25
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 2815Obsaan bulchaa tokko garaa laafifachuun ni dandaʼama;dubbiin malaan dubbatame lafee ni cabsa.
- Capítulo 45
Gênesis 45
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 2817Faraʼoonis Yoosefiin akkana jedhe; "Obboloota keetiin akkana jedhi; ‘Waan kana godhaa: Horii keessan feʼadhaa biyya Kanaʼaaniitti deebiʼaatii
- Capítulo 20
Lucas 20
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 4 de 474Cuuphaan Yohannis samii irraa dhufe moo nama biraa dhufe?"
- Capítulo 17
2 Crônicas 17
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 8 de 198Lewwonni tokko tokko isaan wajjin turan; jarris: Shemaaʼiyaa, Netaaniyaa, Zebaadiyaa, Asaaheel, Shemiiraamoot, Yoonaataan, Adooniyaa, Xoobbiyyahuu fi Xoob-Adooniyaa feʼa. Luboonni immoo Eliishaamaa fi Yehooraam turan.
- Capítulo 14
2 Samuel 14
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 7 de 337Kunoo, gosti hundi ana garbittii keetti kaʼeera; isaanis, ‘Waan inni obboleessa ofii isaa ajjeeseef akka nu sababii lubbuu obboleessa isaa kan inni ajjeese sanaa isa ajjeefnuuf dabarsii nutti kenni; ergasii dhaaltuu isaa illee ni galaafanna’ jedhu. Isaanis akkasiin akka dhirsi koo maqaa yookaan sanyii lafa irraa hin qabaanneef ibsaa koo tokkicha hafe kana dhaamsu."
- Capítulo 7
Neemias 7
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 57 de 7357Sanyii Tajaajiltoota Solomoon:Sanyii Soxaayi, sanyii Sofereeti, sanyii Feriidaa,
- Capítulo 2
1 Pedro 2
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 2515Waaqni akka isin waan gaarii hojjechuudhaan haasaa wallaalummaa namoota gowwaa afaan qabachiiftan fedhaatii.
- Capítulo 3
1 Timóteo 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 14 de 1614Ani akkan dafee gara kee dhufu abdadhee qajeelfama kana siif nan barreessa;
- Capítulo 3
Malaquias 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 14 de 1814"Isin akkana dubbattan; ‘Waaqa tajaajiluun faayidaa hin qabu. Nu fedhii isaa duukaa buunee akkuma nama booʼuu, fuula Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼuu dura jooruudhaan maal arganne?
- Capítulo 5
1 Tessalonicenses 5
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 18 de 2818Haala hundumaa keessatti Waaqa galateeffadhaa; fedhiin Waaqni Kiristoos Yesuusitti isiniif qabu kanaatii.
- Capítulo 4
Daniel 4
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 31 de 3731Utuu inni dubbii isaa afaanii hin fixatin sagaleen akkana jedhu tokko samiidhaa dhufe; "Yaa Nebukadnezar Mooticha, wanni sirratti labsame kana: Aangoon mootummaa keetii sirraa fudhatameera.
- Capítulo 7
Amós 7
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 3–17 de 173Kanaafuu Waaqayyo ni gaabbe.Waaqayyos, "Wanni kun hin taʼu" jedhe.
15Waaqayyo garuu tika bushaayee keessaa na fuudhee, ‘Dhaqii saba koo Israaʼelitti raajii dubbadhu’ naan jedhe.
17"Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha:" ‘Niitiin kee magaalaa keessatti sagaagaltuu taati;ilmaan keetii fi intallan kee goraadeedhaan dhumu.Biyyi kee safaramtee gargar qoodamti;ati mataan kee iyyuu biyya ormaatti duuta.Israaʼel dhugumaan boojiʼameebiyya isaatii ni fuudhama.’ "
- Capítulo 6
1 Samuel 6
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 9 de 219garuu ija isa irraa hin buqqifatinaa. Yoo inni gara biyya isaa gara Beet Shemeshitti qajeele rakkina guddaa kana Waaqayyotu nutti fide. Yoo gara sanatti qajeeluu baate garuu dhaʼichi kun akkuma tasaa nutti dhufe malee Waaqayyo nutti hin fidne."