2 yoo mallattoon yookaan dinqii inni isinitti hime sun raawwatamee innis, "Kottu waaqota biraa kanneen ati duraan hin beekne duukaa buunee haa waaqeffannu" siin jedhe, 3 ati dubbii raajii yookaan nama abjootu sanaa hin dhaggeeffatin; Waaqayyo Waaqni kee akka isin garaa keessan guutuu fi yaada keessan guutuudhaan isa jaallattan qoruuf waan kana godhaatii.
Publicidade