2 ati Waaqayyo Waaqa keetiif saba qulqulluudhaatii. Waaqayyo akka ati qabeenya isaa jaallatamaa taatuuf jedhee saboota lafa irra jiraatan hunda keessaa si filateera.
Publicidade
Keessa Deebii 14:2
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
2 አት ዋቀዮ ዋቀኬቲፍ ሰበ ቁልቁሉዻቲ። ዋቀዮ አከ አት ቀቤኘሳ ጃለተማ ታቱፍ ጄዼ ሰቦተ ለፈረ ጅራተን ሁንደ ኬሳ ስ ፍለቴረ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
2 ati Rabbii Allaah keetiif saba qulqulluudhaatii. Rabbii Allaahan akka ati qabeenya isaa jaallatamaa taatuuf jedhee saboota lafa irra jiraatan hunda keessaa si filateera.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.