Pular para o conteúdo
Publicidade

Keessa Deebii 6:4,5

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

4 Yaa Israaʼel dhagaʼi; Waaqayyo Waaqni keenya Waaqayyo tokkicha. 5 Garaa kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan Waaqayyo Waaqa kee jaalladhu.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    4 ያ እስራኤል ዸገእ፤ ዋቀዮ ዋቅንኬኘ ዋቀዮ ቶክቸ። 5 ገራኬ ጉቱዻን፣ ያደኬ ጉቱዻን፣ ሁምነኬ ጉቱዻን ዋቀዮ ዋቀኬ ጃለዹ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Yaa Israaʼel dhagaʼi; Rabbii Allaahan Allaah keenya inni Rabbii Allaah tokkicha. 5 Garaa kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan Rabbii Allaah kee jaalladhu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.