Pular para o conteúdo
Publicidade

Deuteronômio 6

5 Garaa kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan Waaqayyo Waaqa kee jaalladhu. 6 Ajajawwan ani harʼa siif kennu kunneen garaa kee keessa haa jiraatan. 7 Ijoollee kees cimsii barsiisi. Yeroo mana teessu, yeroo karaa deemtu, yeroo ciiftuu fi yeroo dammaqxutti waaʼee isaanii odeessi. 8 Akka mallattootti harkatti hidhadhu; adda kee irrattis maxxanfadhu. 9 Michichilawwan balbala mana keetiitii fi karrawwan kee irrattis isaan barreessi.

Veja também