2 Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa. 3 Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.