Pular para o conteúdo
Publicidade

Efésios 5

15 Egaa isin akkamitti akka jiraattan jabeessaa of eeggadhaa! Akka ogeeyyiitti jiraadhaa malee akka warra ogeeyyii hin taʼiniitti hin jiraatinaa; 16 waan guyyoonni kunneen hamoo taʼaniif baricha furaa.

Veja também