15 Mootiin Gibxi deessistoota Ibrootaa kanneen Siipaaraa fi Fuuhaa jedhamaniin akkana jedhe; 16 "Isin yommuu dubartoota Ibrootaa daʼumsa irratti gargaartanii fi barcuma daʼumsaa irratti isaan argitan, yoo dhiira taʼe ajjeesaa; yoo durba taate immoo haa jiraattuu dhiisaa." 17 Deessistoonni sun garuu waan Waaqa sodaataniif, waan mootiin Gibxi isaanitti hime sana hin goone; ijoollee dhiiraas akka isaan jiraataniif dhiisan.
Publicidade
Baʼuu 1:15-17
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
15 ሞቲን ግብጥ ዴስስቶተ እብሮታ ከኔን ሲፓራፊ ፉሃ ጄዸመኒን አከነ ጄዼ፤ 16 "እስን ዮሙ ዱበርቶተ እብሮታ ደኡምሰረት ገርጋርተኒፊ በርጩመ ደኡምሳረት እሳን አርግተን፣ ዮ ዺረ ተኤ አጄሳ፤ ዮ ዱርበ ታቴሞ ሃጅራቱ ዺሳ።" 17 ዴስስቶትን ሱን ገሩ ዋን ዋቀ ሶዳተኒፍ፣ ዋን ሞቲን ግብጥ እሳንት ህሜ ሰነ ህንጎኔ፤ እጆሌ ዺራስ አከ እሳን ጅራተኒፍ ዺሰን።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
15 Mootiin Gibxi deessistoota Ibrootaa kanneen Siipaaraa fi Fuuhaa jedhamaniin akkana jedhe; 16 "Isin yommuu dubartoota Ibrootaa daʼumsa irratti gargaartanii fi barcuma daʼumsaa irratti isaan argitan, yoo dhiira taʼe ajjeesaa; yoo durba taate immoo haa jiraattuu dhiisaa." 17 Deessistoonni sun garuu waan Allaah sodaataniif, waan mootiin Gibxi isaanitti hime sana hin goone; ijoollee dhiiraas akka isaan jiraataniif dhiisan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.