Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 14

13 Museen akkana jedhee saba sanaaf deebise; "Hin sodaatinaa; jabaadhaa dhaabadhaa! Fayyisuu Waaqayyoo kan inni harʼa isinii godhu ilaalaa! Warra Gibxi kan harʼa argitan kana lammata deebitanii hin argitan. 14 Waaqayyo isiniif lola; isin gab jedhaa."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também