Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 16

2 Gammoojjii keessattis hawaasni sun guutuun Musee fi Aroonitti guunguman. 3 Israaʼeloonnis akkana isaaniin jedhan; "Nu biyya Gibxitti yeroo okkotee foonii bira teenyee hamma quufnutti buddeena nyaachaa turre sana harka Waaqayyootti utuu duuneerra taʼee! Isin garuu akka waldaan kun guutuun beelaʼee dhumu gochuuf achii nu baaftanii gammoojjii kanatti nu fiddaniirtu."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também