Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 16

31 Sabni Israaʼel buddeena sana "mannaa" jedhee moggaase. Mannaan kunis sanyii dinbilaalaa fakkaata; adiidhas; miʼaan isaas akka bixxillee dammaan tolfamee ti.

Veja também