Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 18:13,17,18,23,24

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

13 Guyyaa itti aanutti Museen sabaaf murtii kennuuf taaʼe; sabni sunis ganamaa hamma galgalaatti naannoo isaa dhaabate.

17 Abbaan niitii Musee akkana jedhee deebise; "Wanni ati gootu kun gaarii miti. 18 Atii fi sabni si bira dhufu kun akkasumaan of dadhabsiiftu. Hojiin kunis akka malee sitti ulfaata; ati kophaa kee hojjechuu hin dandeessu. 23 Yoo ati waan kana goote, yoo Waaqnis waanuma kana si ajaje ati jabaattee dhaabachuu dandeessa; sabni kun hundis nagaadhaan mana ofii isaatti gala."

24 Museenis abbaa niitii isaa dhagaʼee waan inni jedhe hunda godhe.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    13 ጉያ እት ኣኑት ሙሴን ሰባፍ ሙርቲ ኬኑፍ ታኤ፤ ሰብን ሱንስ ገነማ ሀመ ገልገላት ናኖሳ ዻበቴ።

    17 አባን ኒቲ ሙሴ አከነ ጄዼ ዴብሴ፤ "ወን አት ጎቱ ኩን ጋሪ ምት። 18 አቲፊ ሰብን ስ ብረ ዹፉ ኩን አከሱማን ኦፍ ደዸብሲፍቱ። ሆጂን ኩንስ አከ መሌ ስት ኡልፋተ፤ አት ኮጳኬ ሆጄቹ ህንደንዴሱ። 23 ዮ አት ዋን ከነ ጎቴ፣ ዮ ዋቅንስ ዋኑመ ከነ ስ አጀጄ አት ጀባቴ ዻበቹ ደንዴሰ፤ ሰብን ኩን ሁንድስ ነጋዻን መነ ኦፊሳት ገለ።"

    24 ሙሴንስ አባ ኒቲሳ ዸገኤ ዋን እን ጄዼ ሁንደ ጎዼ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    13 Guyyaa itti aanutti Muusaan sabaaf murtii kennuuf taaʼe; sabni sunis ganamaa hamma galgalaatti naannoo isaa dhaabate.

    17 Abbaan niitii Muusaa akkana jedhee deebise; "Wanni ati gootu kun gaarii miti. 18 Atii fi sabni si bira dhufu kun akkasumaan of dadhabsiiftu. Hojiin kunis akka malee sitti ulfaata; ati kophaa kee hojjechuu hin dandeessu. 23 Yoo ati waan kana goote, yoo Allaahanis waanuma kana si ajaje ati jabaattee dhaabachuu dandeessa; sabni kun hundis nagaadhaan mana ofii isaatti gala."

    24 Muusaanis abbaa niitii isaa dhagaʼee waan inni jedhe hunda godhe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.