Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 23

31 "Anis daarii kee Galaana Diimaadhaa jalqabee hamma Galaana Filisxeemiitti, lafa alootii jalqabee hamma Laga Efraaxiisiitti siifin dhaaba. Namoota biyya sana jiraatanis dabarsee harka keetti nan kenna; ati immoo of duraa ariitee isaan baafta. 32 Ati isaan wajjin yookaan waaqota isaanii wajjin kakuu tokko illee hin galin.

Veja também