Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 3

13 Museen immoo Waaqaan, "Kunoo ani gara Israaʼelootaa dhaqee, Waaqni abbaa keessanii na ergeerayommun jedhutti yoo isaan, Maqaan isaa eenyu?jedhanii na gaafatan, ani maal jedheen isaanitti hima?" jedhe.

14 Waaqnis Museedhaan, "ANI ANUMA; ati saba Israaʼeliin, Inni ANI ANUMA jedhu sun gara keessanitti na ergeerajedhi" jedheen.

Veja também