Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 36:5-7

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

5 Museedhaan, "Sabni kun waan hojii Waaqayyo akka hojjetamuuf ajaje sanaaf barbaachisu caalaa fidaa jira" jedhan.

6 Museenis ajaja kenne; isaanis, "Dhiirri yookaan dubartiin tokko iyyuu waan biraa tokko illee kennaa godhee iddoo qulqulluu sanaaf hin dhiʼeessin" jedhanii iddoo qubataa sana keessatti labsan. Kanaafuu namoonni itti fufanii waa fiduu dhowwaman. 7 Wanti isaan duraanuu qaban hojii hunda hojjechuuf gaʼaa fi irraa hafaa tureetii.

36:8-38 kwf – Bau 26:1-37

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    5 ሙሴዻን፣ "ሰብን ኩን ዋን ሆጂ ዋቀዮ አከ ሆጄተሙፍ አጀጄ ሰናፍ በርባችሱ ጫላ ፍዳ ጅረ" ጄዸን።

    6 ሙሴንስ አጀጀ ኬኔ፤ እሳንስ፣ "ዺር ዮካን ዱበርቲን ቶኮዩ ዋን ብራ ቶኮሌ ኬና ጎዼ እዶ ቁልቁሉ ሰናፍ ህንዽኤስን" ጄዸኒ እዶ ቁበታ ሰነ ኬሰት ለብሰን። ከናፉ ነሞትን እት ፉፈኒ ዋ ፍዱ ዾወመን። 7 ወንት እሳን ዱራኑ ቀበን ሆጂ ሁንደ ሆጄቹፍ ገኣ እራ ሀፋ ቱሬቲ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    5 Muusaadhaan, "Sabni kun waan hojii Rabbii Allaahan akka hojjetamuuf ajaje sanaaf barbaachisu caalaa fidaa jira" jedhan.

    6 Muusaanis ajaja kenne; isaanis, "Dhiirri yookaan dubartiin tokko iyyuu waan biraa tokko illee kennaa godhee iddoo qulqulluu sanaaf hin dhiʼeessin" jedhanii iddoo qubataa sana keessatti labsan. Kanaafuu namoonni itti fufanii waa fiduu dhowwaman. 7 Wanti isaan duraanuu qaban hojii hunda hojjechuuf gaʼaa fi irraa hafaa tureetii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.