5 Muusaadhaan, "Sabni kun waan hojii Rabbii Allaahan akka hojjetamuuf ajaje sanaaf barbaachisu caalaa fidaa jira" jedhan.
6 Muusaanis ajaja kenne; isaanis, "Dhiirri yookaan dubartiin tokko iyyuu waan biraa tokko illee kennaa godhee iddoo qulqulluu sanaaf hin dhiʼeessin" jedhanii iddoo qubataa sana keessatti labsan. Kanaafuu namoonni itti fufanii waa fiduu dhowwaman. 7 Wanti isaan duraanuu qaban hojii hunda hojjechuuf gaʼaa fi irraa hafaa tureetii.
36:8-38 kwf – Bau 26:1-37