Dunkaana Qulqulluu Dhaabuu
1 Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe: 2 "Guyyaa jalqaba jiʼa jalqabaatti dunkaana qulqulluu jechuunis dunkaana wal gaʼii dhaabi. 3 Taabota kakuu seeraa isa keessa kaaʼiitii taaboticha golgaadhaan daʼeessi.