Pular para o conteúdo
Publicidade

Filipenses 2

14 Waan hunda guungummii fi falmii malee hojjedhaa; 15 kunis akka isin dhaloota micciiramaa fi jalʼaa kana gidduutti akkuma ifaa addunyaa keessatti ibsitaniif, akka warra mudaa hin qabnee fi qulqullaaʼoo, ijoollee Waaqaa warra yakka hin qabnes taataniif,

Veja também

Filipenses
Ver todos os capítulos de Filipenses