Pular para o conteúdo
Publicidade

Fiiliphisiyuus 2

9 Kanaafuu Waaqni akka malee ol isa qabe;

maqaa maqaa hunda caalus isaaf kenne.

10 Kunis akka jilbi hundinuu samii fi lafa irratti,

lafa jalattis, maqaa Yesuusiif jilbeenfatuuf.

11 Akka arrabni hundinuus ulfina Waaqa Abbaatiif jedhee

Yesuus Kiristoos Gooftaa taʼuu isaa dhugaa baʼuuf.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Filipenses
Ver todos os capítulos de Filipenses