4 Waaqnis akka ifni sun gaarii taʼe arge; ifaa fi dukkanas gargar baase. 5 Waaqnis ifa sanaan "Guyyaa" jedhe; dukkana sanaan immoo "Halkan" jedhee moggaase. Galgalas taʼe; ganamas taʼe; guyyaa tokkoffaa.