Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 12

17 Waaqayyo garuu sababii niitii Abraam, sababii Saaraatiif jedhee Faraʼoonii fi warra mana isaa jiraatan dhukkuba hamaan dhaʼe. 18 Kanaafuu Faraʼoon Abraamin ofitti waamee akkana jedheen; "Ati maal natti hojjette? Akka isheen niitii kee taate maaliif natti hin himin?

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também