Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 14

18 Malkiiseedeq mootiin Saaleemis buddeenaa fi daadhii wayinii fideef; innis luba Waaqayyo Waaqa Waan Hundaa Olii ture;

20 Waaqayyo Waaqni Waan Hundaa Olii,

inni diinota kee dabarsee harka keetti kenne sun haa eebbifamu."

Ergasii Abraam waan hunda irraa kudhan keessaa tokko isaaf kenne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também